Pre-chorus Rises With Stacked Harmonies And Tom Builds

Musique Générée par IA

2 Morceaux

Pre-chorus Rises With Stacked Harmonies And Tom Builds Morceaux

Pochette de Siidaa Hin Deebine par Nuredin gobsi Abdulah
02:49

il y a 1 semaine

de Nuredin gobsi Abdulah

Siidaa hin deebine, qaxalee goota koo Siitu nuuf ibse, dukkana karaa koo Hunda caaltee dhalattee, kabaja saba keef Lubbuu kee kennite, bilisummaa dhalootaaf. ​Iyya keetiin kaafte, saba hirriiba jiru Sagalee kee sana, eenyuuyyuu hin dagatu Ati misayiila keenya, kan diina raasee gube Hidda gabrummaa, kan cicfiree mure. ​Yoom si daganna ree? Ati onnee keenya keessa Seenaan kee mul’ataa, akka aduu gan

02:53